Back to Top

Samnas Berhanu - Waaqayyo nama kaasa Lyrics



Samnas Berhanu - Waaqayyo nama kaasa Lyrics




Waaqayyo nama kaasa
Tuullaa kosii keessaa
Gaafa ga'u yeroon isaa
Ceephoo nama irraa fageessa

Amma inni nu yaadatutti gaafii taanee jiraannaa
Abdii keenyas kutannee nama teenye fakkaanna
Garuu nuuf banuuf jira burqaa haaraa
Kan diinni cufee ture bara dheeraa

Duraa fi duubaan cufaadhaa eessaan keessaa ba'ama
Ba'aas baatanii adeemuun baay'ee namatti cima
Dachaa gogaa keessatti nama hin gatu
Kakuu nuuf gale gooftaan hin dagatu

Amanamaadhaa fi dhugaadha dubbiin inni dubbatu
Eenyu qaana'ee beekaa utuu isa eeggatuu
Adeemaa dhufa Goftaan karaa qaba
Ol- fuudhee gaara gubbaa nama dhaaba
[ Correct these Lyrics ]

[ Correct these Lyrics ]

We currently do not have these lyrics. If you would like to submit them, please use the form below.


We currently do not have these lyrics. If you would like to submit them, please use the form below.


English

Waaqayyo nama kaasa
Tuullaa kosii keessaa
Gaafa ga'u yeroon isaa
Ceephoo nama irraa fageessa

Amma inni nu yaadatutti gaafii taanee jiraannaa
Abdii keenyas kutannee nama teenye fakkaanna
Garuu nuuf banuuf jira burqaa haaraa
Kan diinni cufee ture bara dheeraa

Duraa fi duubaan cufaadhaa eessaan keessaa ba'ama
Ba'aas baatanii adeemuun baay'ee namatti cima
Dachaa gogaa keessatti nama hin gatu
Kakuu nuuf gale gooftaan hin dagatu

Amanamaadhaa fi dhugaadha dubbiin inni dubbatu
Eenyu qaana'ee beekaa utuu isa eeggatuu
Adeemaa dhufa Goftaan karaa qaba
Ol- fuudhee gaara gubbaa nama dhaaba
[ Correct these Lyrics ]
Writer: Samnas Alemu
Copyright: Lyrics © O/B/O DistroKid

Back to: Samnas Berhanu



Samnas Berhanu - Waaqayyo nama kaasa Video
(Show video at the top of the page)


Performed By: Samnas Berhanu
Language: English
Length: 5:37
Written by: Samnas Alemu
[Correct Info]
Tags:
No tags yet